We provide Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo online (apkid: com.shegersoft.kuusaa.walaloo) in order to run this application in our online Android emulator.


Description:

Run this app named Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo using MyAndroid.
You can do it using our Android online emulator.

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan booofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha.
Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu.
Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara.
Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu.
Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.
Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa

MyAndroid is not a downloader online for Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo. It only allows to test online Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo with apkid com.shegersoft.kuusaa.walaloo. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo online.

Page navigation:

©2024. MyAndroid. All Rights Reserved.

By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.