We provide Seenaa Iisaa (Iyyasus) online (apkid: com.seenaa.iisaa.iyyasus) in order to run this application in our online Android emulator.
Description:

Run this app named Seenaa Iisaa (Iyyasus) using MyAndroid.
You can do it using our Android online emulator.
Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha.
Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise.
Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti.
Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.
App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.
Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:
- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daaimummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti buuu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka buuu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati jedhanii.

MyAndroid is not a downloader online for Seenaa Iisaa (Iyyasus). It only allows to test online Seenaa Iisaa (Iyyasus) with apkid com.seenaa.iisaa.iyyasus. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Seenaa Iisaa (Iyyasus) online.
©2024. MyAndroid. All Rights Reserved.
By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.