We provide Galata Gooftaa online (apkid: com.beckytech.galatagooftaa) in order to run this application in our online Android emulator.
Description:

Run this app named Galata Gooftaa using MyAndroid.
You can do it using our Android online emulator.
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan of keessa qabudha.
Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu, galateeffachu akkasumas waaqayyoon ittin wammachuu ni danda'uu.
Anis app kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha.
Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti.
Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee app biraas itti fufuun nan hojjedha.
Galanni Waaqayyoof haa ta'u.
Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!

MyAndroid is not a downloader online for Galata Gooftaa. It only allows to test online Galata Gooftaa with apkid com.beckytech.galatagooftaa. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Galata Gooftaa online.
©2024. MyAndroid. All Rights Reserved.
By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.