
We provide Barruu Faarfannaa online (apkid: com.beckytech.barruufaarfannaa) in order to run this application in our online Android emulator.
Description:

Run this app named Barruu Faarfannaa using MyAndroid.
You can do it using our Android online emulator.
App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee hin jireetti akka itti fayyadamuu danda'aan kan isan taasisu gochuun kan qindaa'edha.
Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.
Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.
MyAndroid is not a downloader online for Barruu Faarfannaa. It only allows to test online Barruu Faarfannaa with apkid com.beckytech.barruufaarfannaa. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Barruu Faarfannaa online.
©2024. MyAndroid. All Rights Reserved.
By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.